Siyaasni/Filannoon Australia akkamitti hojjeta

How parliament works.jpg

Australia keessatti seerri filannoo maal fakkaata? Siyaasni akkamitti hojjeta? Filannoon Biyyaaleessaa Australia jalqabuuf deema, kanaaf utuu gara filannoo hin deemin dura waan beekuu qabdantu jira. Sirni Siyaasaa Australia akka itti hojjetu ibsamu kana hubachuun eenyuuf akka sagalee kennitan beekuuf isin gargaara. Sagalee kennuu 101 keessatti, golee lamaan Paarlamaa Australia fi taphattoota siyaasaa gurguddoo beekuu qabnu ibsina.


Filannoo dhufu irratti yoo haga ammatti akkamitti akka sagalee kennitu hin karoorfanne tahe, akkasumas sagalee kennuu ilaalchisee gaaffilee qabaatte marsariitii aec.gov.au caalaatti hubachuu dandeessa.

Sagalee kennuudhaaf ulaagaa guutuu kee baruuf qophiilee keenya kanneen biro akkaataa Sagalee kennuu 101 dhaggeeffadhaa akkasumas akkaataa sagalee keessan itti kennitan tartiiba tartiibaan kaa’amee jiru dhaggeeffadhaa.

Hagasitti, filannoo dansa isinii hawwina!

 

 

 


Share

Follow SBS Oromo

Download our apps

Listen to our podcasts

Get the latest with our exclusive in-language podcasts on your favourite podcast apps.

Watch on SBS

SBS World News

Take a global view with Australia's most comprehensive world news service

Watch now