08:46
![[JPG]_How-Australia-Works_Ep1.jpg](https://assets.sbs.com.au/dims4/default/d1d4da1/2147483647/strip/true/crop/3200x1800+0+0/resize/1280x720!/quality/90/?url=https%3A%2F%2Fsbs-au-brightspot.s3.ap-southeast-2.amazonaws.com%2Fe9%2F46%2F56cf4ff54074a36476e0bcb73e13%2Fjpg-how-australia-works-ep1.jpg&imwidth=1280)
Dhuguma Australia eenyutu gaggeessa/Akkaataa itti jireenya Australia
Hayyama daldalaa, rakkoo kiraa manaa ykn deeggarsa maatii eenyu akka si gargaaruu danda’u beektaa? Karaa seenaa namoota Fedele, Carol fi Abeer, jedhamanii akkaataa mootummaan Australia sadarkaa sadan itti hojjetan baradhu. Mootummaan kutaa biyaa ykn naannoo fi mootumman federaalaa maal irratti gaafatamummaa akka qabanii fi gargaarsa barbaaddu eessaa akka argattu bari.
09:34

09:34

Australia keessatti “Indigenous Protected Areas” jechuun maal?- Australia Explained
Oolmaan ummataa ykn Paarkiin biyyaalessaa, kuusawwan uumamaa, bakkewwan galaanaa fi bakkoota Eegamoo Abbootii Dachee(Indigenous Protected Areas) naannowwan gara garaaf eegumsa taasisu akkasumas seera gara garaa jala bulu. Naannoo Eegumsaa kan Abbootii Dachee wanti adda taasisu fi daawwachuun ni eyyamamaa adda akkamitti baruu dandeessa?
15:53

15:53

#117 Mana kitaabaa irraa kitaaba ergifachuu(Med)- Learn English
Mana kitaabaa deemtee kitaaba ergifachuuf , jechoota afaan Inglishii fayyadoo tahan baradhu. Kitaaba ergifachuu fi deebisuuf, yoo of harka tursite hagama akka si kafalchiisaan, guyyaa itti deebi'uu qabu ykn guyyaa dabala yoo barbaadde irra deebitee haaromfachuuf, dabrees ammoo akkaataa itti sakatta'anii kitaaba barbaaddatan, mata duree kitaaba barbaadduu argachuu kana kana hundaaf jechoota haaraa guyya guyyaatti shaakali.
13:14

13:14

Baadiyaa fi lafa fagoo Australia keessa nageenyaan imaluu - Australia Explained
Biyya Australia guddoo fi aada daneettii biyyaa isin ilaaluu qabdani dha garuu gara baadiyaa fi naannawa fagoo yeroo ooftan haallan magaalaa keessatti hin agarre isin mudachuu danda’a. Daandii gara baadiyaa geessu irra yeroo deemtan maaltu isin mudachuu akka malu beekuu fi dursitanii of qopheessuun nageenyaa fi of irratti-amantummaan geessanii deebi’uuf isin gargaara.
Nu qunnamaa
Sydney
SBS Audio Sydney
Locked Bag 028
Crows Nest
NSW 1585
Australia
Tel: 1800 500 727
Melbourne
SBS Audio Melbourne
Locked Bag 294
South Melbourne
Vic 3205
Australia
Tel: 1800 500 727
SBS Codes of Practice
The SBS Code of Practice (Code) sets out the principles and policies SBS uses to guide its content to ensure that SBS maintains the highest standards of editorial independence and integrity. It details SBS’s obligations regarding matters such as accuracy for factual content, impartiality and balance in our news and current affairs, scheduling of content, advertising and complaints handling.



















