Akkamitii Mootummoonni, seerrii fi tajaajilli mootummaa Australia jireenya kee guyya guyyaan wal hidhata? Karaa seenaa dhugaa, seensa mata duree wal duraa duubaan dhihaatu kun yeroo odeeffatnoo fi deggersa barbaaddu eessaa akka jalqabdu akkasumas murtoo tokko tokko akka itti gaaffii keessa galchitu sitti agarsiisa.
Akka itti jireenya Australia kan jedhu qajeelfama qabatamaa mootummaan Australia, seeraa fi hirmaannaa lammummaa hubachuuf gargaaru yoo ta’u, hawaasa godaantootaa fi afaanota hedduu yaada keessa galchuun kan uumame dha.
Ibsa ifa ta’ee fi seenaa dhugaatiin, wal-duraa duubaan qophiin kun sadarkaa mootummaa Australia sadanii, gahee paarlaamaa, hoji raawwachiiftuu mootummaa, fi manneen murtii, akkasumas akkaataa seerotni itti hojjetamanii fi jijjiiraman ilaala. Dabalees akkmitti akka gaaffii gaafatan, yaaddoo ofii dhiheeffatanii fi yaada keessatti qooda fudhatan ni ibsa.
Afaan keessaniin qophiilee walduraa duubaan dhihaatan asii ilaalaa.
Qophiin itti aanu: Tajaajila guyyaa guyyaan itti fayyadamtan sadarkaa mootummaa kamtu itti gaafatamummaa akka qabu adda baafadhaa.
How Australia Works is available in 60 languages. Explore the series in other languages.
Credits:
How Australia Works is a podcast from SBS Audio and Australia Explained.
Host: L-FRESH The LION
Research and journalism: Gonzalo Aguirregomezcorta
Sound design, mix, original music and theme: L-FRESH The LION
Law and civics consultant: Dr Jacinta Sassine, School of Law, Western Sydney University
Artwork and design: Francesco Ortiz and Yudai Urushima
Written, created and produced by: Josipa Kosanovic
Editor, Australia Explained: Roza Germian
Head of Educational and Essential Services, SBS Audio: Janine Googan
We acknowledge the Traditional Custodians of the lands across Australia where this podcast is made and heard. We pay our respects to Elders past and present and acknowledge Aboriginal and Torres Strait Islander peoples as the First Peoples of this continent.
Parliamentary Material Australian House of Representatives excerpts courtesy of the Parliament of Australia. Copyright Commonwealth of Australia. Used under Creative Commons licence, subject to applicable licence terms.

![[JPG]_How-Australia-Works_Ep0.jpg](https://assets.sbs.com.au/dims4/default/9a0f61e/2147483647/strip/true/crop/3200x1800+0+0/resize/1280x720!/quality/90/?url=https%3A%2F%2Fsbs-au-brightspot.s3.ap-southeast-2.amazonaws.com%2F8f%2F15%2F83a000db458f9fc153fde8cde907%2Fjpg-how-australia-works-ep0.jpg&imwidth=1280)
![[JPG]_How-Australia-Works_Ep1.jpg](https://assets.sbs.com.au/dims4/default/d1d4da1/2147483647/strip/true/crop/3200x1800+0+0/resize/1280x720!/quality/90/?url=https%3A%2F%2Fsbs-au-brightspot.s3.ap-southeast-2.amazonaws.com%2Fe9%2F46%2F56cf4ff54074a36476e0bcb73e13%2Fjpg-how-australia-works-ep1.jpg&imwidth=1280)



