SKIP TO MAIN CONTENT

Dhuguma Australia eenyutu gaggeessa/Akkaataa itti jireenya Australia

[JPG]_How-Australia-Works_Ep1.jpg
Artwork and Design: Francisco Ortiz Lozano and Yudai Urushima

Hayyama daldalaa, rakkoo kiraa manaa ykn deeggarsa maatii eenyu akka si gargaaruu danda’u beektaa? Karaa seenaa namoota Fedele, Carol fi Abeer, jedhamanii akkaataa mootummaan Australia sadarkaa sadan itti hojjetan baradhu. Mootummaan kutaa biyaa ykn naannoo fi mootumman federaalaa maal irratti gaafatamummaa akka qabanii fi gargaarsa barbaaddu eessaa akka argattu bari.


Published

By Josipa Kosanovic

Presented by Lensa Dinka

Source: SBS



Skip to podcast episode content

Hayyama daldalaa, rakkoo kiraa manaa ykn deeggarsa maatii eenyu akka si gargaaruu danda’u beektaa? Karaa seenaa namoota Fedele, Carol fi Abeer, jedhamanii akkaataa mootummaan Australia sadarkaa sadan itti hojjetan baradhu. Mootummaan kutaa biyaa ykn naannoo fi mootumman federaalaa maal irratti gaafatamummaa akka qabanii fi gargaarsa barbaaddu eessaa akka argattu bari.


Qophii kutaa tokkoffaa Akka itti jireenya Australia jedhu keessatti Fedele daldala jalqabuu barbaade, Carol falmii kiraa manaa furuuf yaalaa jirti Abeer ammoo ijoollee guddisaa jirtuuf deggersa barbaaddi. Seenaan isaanii, sadarkaa mootummaan Australia sadan jireenya kee guyyaa guyyaa ittiin qajeelfattuu fi eenyu maalitti gaafatamummaa akka qabu beekuun deggersa sirrii akka argattu si gargaaruu akka danda'u sii ibsa..

Afaan keessaniin qophiilee walduraa duubaan dhihaatan asii ilaalaa.

Qophiin itti aanut: Gahee garagaraa paarlaamaan qaban, hoji raawwachiiftuu mootummaa fi manneen murtii qaban, akkasumas seerota Australia baasuu fi hojii irra oolchuu fi yeroo adabbiinn maallaqaa si mudatee falmattu maaltu akka tahu kana hunda hubatta.

How Australia Works is available in 60 languages. Explore the series in other languages.


Credits:

How Australia Works is a podcast from SBS Audio and Australia Explained.

Host: L-FRESH The LION

Research and journalism: Gonzalo Aguirregomezcorta

Sound design, mix, original music and theme: L-FRESH The LION

Law and civics consultant: Dr Jacinta Sassine, School of Law, Western Sydney University

Artwork and design: Francesco Ortiz and Yudai Urushima

Written, created and produced by: Josipa Kosanovic

Editor, Australia Explained: Roza Germian

Head of Educational and Essential Services, SBS Audio: Janine Googan

We acknowledge the Traditional Custodians of the lands across Australia where this podcast is made and heard. We pay our respects to Elders past and present and acknowledge Aboriginal and Torres Strait Islander peoples as the First Peoples of this continent.

Parliamentary Material Australian House of Representatives excerpts courtesy of the Parliament of Australia. Copyright Commonwealth of Australia. Used under Creative Commons licence, subject to applicable licence terms.


Latest podcast episodes

Follow SBS Oromo

Download our apps

Listen to our podcasts

Get the latest with our exclusive in-language podcasts on your favourite podcast apps.

Watch on SBS

SBS World News

Take a global view with Australia's most comprehensive world news service

Stream now