Watch FIFA World Cup 2026™ LIVE, FREE and EXCLUSIVE

Hawaasa Oromoo Melbourne - obbo Alamaayyoo Qubee maa jedhu?

Hawaasni Oromoo walumaa galatti wal bira dhaabbachuu fi birmatnaa gara garaa irratti dammaqinaan hirmaachuutti beekama jedhu obbo Alamaayyoo Qubee.


"Hawaasni keenya wal bira dhaabbachuutti beekama"

Waggaa haaraa kanatti fuulaa fi fuulaan wal agarree hawaasni keenya waliin yeroo qabaachuun bara haaraa kanas baga geesse jechuu fi fulduree akeekkachuun wal tumsa sila iyyyuu jiru hundee gad jabeessa jedhu. Guutummaa isaa caqastanii argattu.


Share

Follow SBS Oromo

Download our apps

Listen to our podcasts

Get the latest with our exclusive in-language podcasts on your favourite podcast apps.

Watch on SBS

SBS World News

Take a global view with Australia's most comprehensive world news service

Watch now