Watch FIFA World Cup 2026™ LIVE, FREE and EXCLUSIVE

Ijoolleen Qubee Afaan Oromoo marsaa duraa xumuran Warqaa ragaa fudhatan

Photo 1.Photo taken at Qube Afaan Oromoo Certificate award by communityjpg

Hawaasni Oromoo Melbourne Qophii walitti dhufeenyaa godhatee ture irratti Guraadhala 10 bara 2024, ijoollee Oromoo Qubee Afaan Oromoo Marsaa duraa xumurataniif Waraqaa ragaa kenne.


Obbo Almaayyoo Qubee dubbifnee turreen ijoolleen Qubee Afaan Oromoo barachuuf of glmeessuu danda'u. Qubeen sadarkaa qubee lakkaa'uu irraa haga dubbisuu danda'utti ni kennama. Maatii fi hawaasni ijoollee akka jajjabeessan dhaamu.


Share

Follow SBS Oromo

Download our apps

Listen to our podcasts

Get the latest with our exclusive in-language podcasts on your favourite podcast apps.

Watch on SBS

SBS World News

Take a global view with Australia's most comprehensive world news service

Watch now