Ijoolleen Irreecha irraa gaafatamummaa akka fudhatan qopheessuun barbaachisa- Obbo Aliyee Galatoo

Credit: SBS Afaan Oromoo
Australia , Melbourne keessatti Irreecha Dilbata kana kabajamuuf deemu irratti Obbo Aliyee Galatoo fi Obbo Darajjee Fayisaa dubbifne Kutaa 2fa kana irratti Obbo Aliyee waliin dubbanne.
Share