Hawaasni Oromoo Melbourne Caamsaa 9 bara 2024 hiriira nagaa gaggeesseen, ajjeechaan akka dhaabbatu gaafate. Hiriirri kun ajjeechaan falmitoota mirga namoomaa siyaasaa akka dhaabbatu gaafateera. Namni siyaasaa obbo Battee Urgeessaa ganama mana jireenyaa isaanii irraa fuudhamanii daandii irratti du'aani isaanii argame.
Tuqaalee Ijoo
- Mirga namoomaa
- Haqa dhala namaa
Share






