Watch FIFA World Cup 2026™ LIVE, FREE and EXCLUSIVE

Ps Amaanuel Akaakoo dhimma galma hawaasaa ijaaruu - Communtiy Activties

Amaanuel 1 (2).jpg

Credit: Ps Amaanuel Akaakoo

Kibba Melbourne keessatti galma hawaasaa ijaaruun barbaachisaa dha jedhnee kan walii galle, hirmaatnaa hawaasa keenyaa barbaadna jedha Pastor Amaanuel Akaakoo.


Ps Amaanuel Akaakoo dhimma galma hawaasaa ijaaruun wal qabsiifnee dubbifne irratti, dhugaa dha, hojiin kiyya hojii wangeelaa haa tahu iyyuu malee sochiin hawaasaas waan barbaachisaa dha jedheen amana jedha.

amaanuel 2 (2).jpg
Credit: Ps Amaanuel Akaakoo

Yeroo hedduu galma barbaaddachuun waan nu rakkee agarreef, hawaasa keenyaan marihatnee galma qabaachuu akeeka jedhuun kaaneerra jedha Ps Amaanuel. Galmi kunis yoo ijaarame, sochiilee hawaasa Oromoo bifa kamuu ni keessummeessa jedha.

Keessattuu jedha Ps Amaanueil, idduu itti ijoollee keenya afaan isaanii barsiifnu, hayyootnii fi abbootiin kan itti bohaaranis jedheera.

Guutummaa yaada Ps Amaanuel olitti casaa.


Share

Follow SBS Oromo

Download our apps

Listen to our podcasts

Get the latest with our exclusive in-language podcasts on your favourite podcast apps.

Watch on SBS

SBS World News

Take a global view with Australia's most comprehensive world news service

Watch now