Irreechi wagga waggaan ummata Oromoon kabajama. Biyya keessaa yeroo dhihootti kabajuuf qophii irra yeroo jiran Australia magaalaa Melbournitti Onkololeessa 1 bara 2023 Wilson Botanic Park Berwick bakka jedhmutti kabajamee oole. Irreechi eenyummaa dha, nagaa fi jaalala jedhu hirmaattotni irreecha irratti yaada kennaniin.
Key Points
- Lammiin Oromoo irreecha wagga waggaan kabaja. Irreechi eenyummaa, nagaa fi jaalala jedhu hirmaattotni




Share






