Fuel pump Dispenser close-up photo on Australian service station Source: iStockphoto / moisseyev/Getty ImagesGatiin boba’aa dabaluu isaatiin baajata maatii guutuu Australia irratti dhiibbaa uumuun, namoota baay’eedhaaf, akkaataa imala isaanii jijjiiraa jira. Kanaafuu, hojii guyyaa guyyaa keessan osoo hin dhiisin baasii boba’aa keessan hir’isuuf maal gochuu dandeessu? Karaaleen salphaa fi qabatamaa ta’an boba’aa irratti maallaqa qusachuuf gargaaran tokko tokko kunoo ti.
Gatiin boba’aa dabaluu isaatiin baajata maatii guutuu Australia irratti dhiibbaa uumuun, namoota baay’eedhaaf, akkaataa imala isaanii jijjiiraa jira. Kanaafuu, hojii guyyaa guyyaa keessan osoo hin dhiisin baasii boba’aa keessan hir’isuuf maal gochuu dandeessu? Karaaleen salphaa fi qabatamaa ta’an boba’aa irratti maallaqa qusachuuf gargaaran tokko tokko kunoo ti.